2 Samuel 21:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari afraani fit'ani kunini worra d'ed'eera fufurda gosa Gathi keesaa d'alate; worra suni Daudifi jara isaati fit'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni jajjabaan arfan ta worra Geetii namoota gosa Raaffaayimiiti; isaan maraa Daawitii fi loltoota isaatitu ajjeese.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri ijjeefame kun arfanuu Gaati keessatti sanyii Refaa'otaa ti; isaanille Daawitii fi loltoota isaatiin ijjeefamane.