2 Samuel 21:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi Daudini worra Gibioni wolti yaame waan jed'eeni, Anini maani isani tolcha? Anini akami gati ch'ubbu suni baasa, aka isani gumi AABBO Waaqati eebiftani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Daawiti namoota Gabaa'oonii waamee «Namoota Rabbii akka eebbiftan bikka yakka dura isin irratti raawwatamee san gumaa isinii deebisuu waan barbaaddan maal akka isinii godhu feetan?» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti, «Maan isiniif godha? Kolbaa Mootii Waan Maraa tana akka eebbittanuuf qodha maan isiniif kenna» jedhee isaan gaafate.