2 Samuel 21:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Nu qarsifi worqile worra Saulo ira infeenu yokhaani worra Israelile nama tokole ijeesu infeenu. Daudini waan jed'eeni, Anini maani isaani tolchu male re?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni Gabaa'ooniillee, «Lolli nu Saa'olii fi maatii isaa woliin qabnu waan birri'ii fi worqi'itti bikkamuu miti; biyya kana gosa Israa'elii keessaa nama tokkollee ajjeesuu hin barbaannu» jedhaniin. Daawitillee «Maal akka isinii godhu barbaaddan ree?» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti Giibe'onii deebisanee isaan, «Nuuti Saa'olii fi maatii Saa'olii irraa meetii yookiin worqii fudhatiisa yookiin Israa'eloota keessaa eennulle ijjeesiisaaf mirga hin qannu» jedhane. Innille, «Maan akka isiniif godhu barbaaddan ree?» jedhee isaan gaafate.