2 Samuel 21:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Sauloni nu balleese Israeli keesa fiiga nu d'owu fed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan mootichaan, «Saa'ol sirima nu fixu'uuf nu keessaa namni tokkollee biyya Israa'elii keessa hulee kamittuu lubbu'uun akka hin jiraanne barbaadee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan deebisanee mootichaan, «Saa'ol nu mara balleessee, biyya Israa'elii keessatti addee akka hin qabaanne mala nu irratti dhoweeraayyu,