2 Samuel 21:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo tatule, inni Armonifi Mefiboshethi ilmaani lamaani intalti Aya ta Rispa jed'ani Saulo d'alteefi, ammalle ilmaani shani ta Marabuni, intalti Saulo, Adrieli ilma Barzilai ka worra Meholathi d'alte, fuud'e
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu mootichi ijoollee lamaan Ritsifaan Saa'olii deette Hermoonii fi Memfiboostee ijoollee shanii ta Meeroobe gosa Maalaataayii Beerzeel mucattii Esdiri'eelii ta Saa'olii deette fuudhee namoota Gabaa'ooniititti isaan kenne;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi ammoo ilmaan lamaan Armonii fi Mefii-Bodheet ta intalti Ayyaa Riizphaan Saa'oliif deette, ilmaan dhiiraa shan ta intalti Saa'olii Meraab, ilma Baarzilaayii Meholaatichaa Adrii'eliif deettelle fuudhee,