2 Samuel 21:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
harka Gibioniti worra kenne. Duuba worri suni jara torbani suni fuud'e, gaara gubbati AABBO Waaqa durati fafannisani. Worri torbani artumati woliini d'ume. Gaafi worri d'ume suni adolesa, ka garbu hama jirani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isaanillee namoota kanniin gaara irratti Rabbiin afo'otti fannisan; namoonni torbanuu hennaa garbuun haamamu ajjeefaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
harka worra Giibe'oniititti dabarsee kenne; isaanille isaan ijjeesanee kooba irratti Mootii Waan Maraa duratti fannisane; isaan torbaanuu yennuma tokko du'ane; isaan ji'a birra'aa yennaa garbuun haamamuu jalqabu ijjeefamane.