2 Samuel 22:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Daudi harka Saulotifi ka nyaapa isaa jala baamnaani, inni faaru taanaani AABBO Waaqa faarse waan jed'e:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti guyyaa Saa'olii fi diintota isaa jalaa Rabbi isa hambise faaruu kana Rabbii faarfate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa harka diinota isaa maraa fi harka Saa'olii jalaa yennaa isa baase Daawiti faaruu asii gad jirtu tana Mootii Waan Maraatiif faarse: