2 Samuel 22:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni dukana uyifate, dumansa bokayatini ufi mare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Huleen inni itti dhokate dukkana, duumessi jimiin isa marse, duumessa keessa jiru bisaan godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni dukkana gollaa ifii godhatee, dunkaaniin isaa adaala isaa jirtiiyyu; duumensi gurraachi, bisaaniin guutame, isa marseera.