2 Samuel 22:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bisaani baariini fooqatani, biyyeeni godduuni mullate, yayabi lafaleeni diidati bahe, gaafa AABBO Waaqi nyaapa ufi dallansuuni loleeni iti mandie.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lola Rabbiitiin Hafuura ibiddaa ka afaan isaatii bawuun galaanni yaa'u mudhate, bu'uurran adunya'aallee hin mudhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Xixicha Mootii Waan Maraatiin, dhowicha hafuura funnaan isaatiin, dhooqoti abbaayaa jalaa mudhatane; hundeen lafaa marti qullaa hafane.