2 Samuel 22:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni harka nyaapa kiyya jajaba keesaa na baase, nama na jibbufi ka nara irre qabule.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintota kiyya ka jabaatan jalaa na baase, worra na jibban jalaa na hambise, waan natti jabaatanii turaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka malee hunnaan waan na caalanuuf, inni diinota kiyya hunnaameyyii, worra na jibbu jalaa na baase.