2 Samuel 22:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa anini d'iba keesa jiru nyaapi na had'e, ammo AABBO Waaqi naraa d'owe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ani rakkadhe natti ka'an; Rabbi garuu irkoo naa ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ani rakkadhe, isaan na irratti ka'ane; Mootiin Waan Maraa ammoo na qarqaare.