2 Samuel 22:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gaargala keesa na qarqaare, na jaalate, lubbu na baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan na jaalateef na fayyise, Gara raasaa badha'aa na baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gara addee badho'oo na geessee, waan natti gammadeef, na baase.