2 Samuel 22:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini isa durati qulqullo, waan hamtu ch'ufa ya ufi hanqise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani isa afo'otti qajeelaa ture; cubbuu irraa uf eege.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani isa duratti komii hin qabuuyyu; cubbuu irralle'ee ifi eeggadheera.