2 Samuel 22:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan anini waan d'uga tolchufi inni na eebisa, waan anini isa durati ch'ubbu inqamneefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akka qajeellummaa kiyyaa, akka qulqullummaa harka kiyyaatitti gatii naa deebise
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa akkuma balchummaa tiyyaatitti, ani waan yakkaa hin qanneef badhaasa naaf kenne.