2 Samuel 22:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqa kana karaani isaa akami qajeela, dubbi isaa akami d'ugefachu malani, inni nama isati d'iaatu wonte tahafi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaan Rabbii qulqullu'u, Dubbiin isaa adda, Worra isa amanatan maraaf inni wonte'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Karaan Waaqaa dhidhinna hin qabu; jechi Mootii Waan Maraa dhuga'a; worra isatti baqatuuf, inni wonte'e.