2 Samuel 22:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni aka abroble miila na sablise, gaara gubbati na tissa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Luka kiyya akka luka kuruphe'eetitti jabeessa Rabbitu gaara irra na dhaaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni miila kiyya akka miila gadansaa hin jabeessa; koobota gubbaa sodaa malee na dhaabbachiisa.