2 Samuel 22:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini AABBO Waaqa yaamad'e, inni harka nyaapa kiyya keesaa na baasa. AABBO Waaqa ha faarsani!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii galanni barbaachisuuf waamadha; Inni diintota kiyya jalaa na oolcha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraa leellifamaa hin waammadha; innille diinota kiyya jalaa na hin baasa.