2 Samuel 22:47 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBOONI Waaqa jiru! Siida kiyya ha faarsani! Waaqa jaba ka na baasu guddinna isaa odeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi jiraata'a, tissee kiyya eebbifama'a. Waandhi tisseen kiyya ka na fayyise haa kabajjamu
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa jiraata'a! Rassaan kiyya leellifamuu ti! Waaqi fayyisaan kiyya jajamuu ti.