2 Samuel 22:48 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nyaapa kiyya na dabsachiise, sidi d'ibi na jalati bulche,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi haluu naa baasu worra Yihuudota hin taane ka na jalatti bulchu
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Waaqa diinota kiyya haluu naa bayu; gosa biyya adda addaa harka kiyya jala galcha.