2 Samuel 22:49 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nyaapa kiyya jala na baase. Ee AABBO Waaqa, atini nyaapa kiyya na dabsachiifte worra hamama jala na baafta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintota kiyya jalaa ka na oolchu isa worra naa ol ta'an irra na aansita, nama hamaa jalaallee na oolchita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni diinota kiyya jalaa na baasa. Diinota kiyya irratti ol ol na qaba; kolbaa hunnaan na irratti kaatu jalalle'ee na baasa.