2 Samuel 22:50 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini sidi ch'ufa keesa sii faarse maqa kanke guddisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaa kiyya! Kanaafuu banii jiddu'utti si galatoonfadha, maqaa keetiifillee hin faarfadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, Mootii Waan Maraa, gosa biyya adda addaa oddu'utti si leellisa; faaruu leellisaatiin maqaa keeti faarfadha.