2 Samuel 22:51 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi dabsacha guddo hayyu isaati kenna, ammalle nama fohate muude haga jiru ch'ufa jaalata, Daudifi d'aloota isaa ch'ufa, haga jiru jireenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootii ufii moosisee mootee kennaaf; ka ufii muude jaalala bara baraa itti mudhisa; Daawitii fi fiixaa isaatiif baraa haga bara baraa kana godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa mooticha mootii godheef, injifachaa kenna; ka ifii muude Daawitii fi sanyii isaatiifille, jaalala ifii ka bara baraa itti mudhisa» jedhe.