2 Samuel 22:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargala kiyya keesa anini AABBO Waaqa yaamad'e, na qarqaari jed'eeni. Mana isaa keesa inni qonqo tiyya d'agaye. Iyyanti tiyya isani baate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa rakkadhe Rabbiin waamadhe; Akka na gargaaruuf Waaqa kiyyallee kadhadhe; Innillee mana woyyuu ufii keessa taa'ee laagaa kiyya dhagaye; iyya kiyyallee naa dhagaye;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Rakkinna kiyya keessatti ani Mootii Waan Maraa kiyya waammadhe; akka na qarqaaruuf, Waaqa kiyyatti iyye. Inni Dunkaanii Woyyittii ifii keessaa qoonqoo tiyya dhage'e; iyya tiyyalle caqase.