2 Samuel 22:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aari funani keesaa yae, ibida wogube balleesuufi ch'ileeni bobeetu afaani keesaa yaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lola inni loleen aarri lolaa isa keessaa baye, afaan isaa keessaa barbadaa ibiddaa ka nama gubutu baya; woramaxatu isa irraa ife.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Funnaan isaa keessaa aarri baye; afaan isaa keessaa ibiddi luxub godhuu fi kashilli ibiddaa baye.