2 Samuel 23:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini, ilmi Yese, nama Waaqi guddo guddise toko, ka Waaqi Yakobo hayyu fohate. Ammalle inni nama faaru heddu Israelii baase. Dubbini isaa ta eege tana:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka Rabbi kabajje; ka Waaqa Yaaqoobiitiin muudame; ka banii Israa'elii keessatti faaruu mishaa faarfatu; dubbiin ilma Isseyii ka dhumaa kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubbiin Daawitii ta dhuma irratti inni dubbate ta asii gad jirtu: «Ergaan Daawitii ilma Iseyii, ka Ol Aanaa irraa guddinna dhaggatee, ka nama Waaqa Yaaqoobiitiin muudamee, faaruun faarsicha Israa'elii tana: