2 Samuel 23:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra sadeeni kaani keesa nami sadeeso shama, ilma Age, ka lafa Harariti d'ufe, gaafasi worri Filisti oobru d'engo guddo keesa Lahiti wolti bahe. Worri Israeli worra Filisti baqate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan maayessa Saamaa ilma Age'ee ka gosa Arooda'aa ture; worri Filisxeemii maasaa worra biyya Misirii itti facaafame keessatti hulee tokkotti wolitti qabamanii turan; baniin Israa'elii garuu worra Filisxeemii jalaa dheesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka itti aanu ilma Aagee Haraarichaa Shama'a. Addee, «Lehi» jedhantutti fichaa misiraa keessatti yennaa Filisxeemoti wolitti qabantu, loltooti Israa'elootaa isaan duraa baqatane.