2 Samuel 23:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo Shamani oobru suni keesa chochou dide worra Filisti had'e fit'e. AABBO Waaqi guyya sunile worra dabsacha guddo kenneefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo qonna keessa dhaabatee eegee worra Filisxeemii ajjeese; gaafas Rabbi mootee guddaa kenneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Shamaan garuu fichuma san keessa dhaabbatee, Filisxeemota ijjeesee fichaa irraa deebise; guyyaa san Mootiin Waan Maraa injifachaa guddaa isaaf kenne.