2 Samuel 23:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa mid'aani murani, askarti sodoma keesa jari sadeeni jajanni kaani goda adulamu, fulla Daudini jiru, ka gaafasi worri Filisti bale Refaimu keesa jiru, d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoota biyya bulchan namoota soddomaa keessaa namni sadihii hennaa midhaan haamamu Adoola'atti goda Daawiti jiru dhaqan; loltoonni worra Filisxeemii dhooqa raaffaayimiititti quphatanii turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa midhaan galfatanu loltooti Filisxeemotaa dhooqa Refaa'iimii keessatti addee qabatanee adoo jiranu, loltoota gootota soddoma keessaa sadiin addee Daawiti jiru gara goda «Adulaam» jedhamuu dhufane.