2 Samuel 23:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi Daudini gaara jabeesani jarani kaani gubba jira duuba askartini Filisti d'ufte, dira Bethlehemu keesa qubatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Daawiti goda keessatti dhokatee ture; hennaa san loltoonni worra Filisxeemii Beteliheemiin turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san Daawiti kushee keessa jiraayyu; gareen loltoota Filisxeemotaalle Betlihem keessa jiran.