2 Samuel 23:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudi oodooni worraa qabate jennaani waan jed'e, Ato nami bisaani anini d'ugu eela fullo Bethlehemu d'aatu jiru keesaa na fuud'e akami dansa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti, «Eennumatu burqaa balbala Beteliheemii jirtuu irraa na obaasa!» jedhee yaade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti dharraa guddo'oon, «Boolla karra Betlihemii bira jirtu keessaa bisaan unu eennutti naaf fida laati?» jedhe.