2 Samuel 23:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri askarti ka gurra qabu kaani sadeeni olla Filisti duude eela kaani keesaa bisaani woraabe Dauditini gale. Ammo inni d'ugu dide fulla d'ugu AABBO Waaqaa d'ibaayu baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loltoonni Daawitii jajjabaan sadiin loltoota worra Filisxeemii keessa lufanii burqaa Beteliheemii ka balbalaa irraa woraabanii Daawitii fidan. Inni garuu dhuguu hin barbaanne bikka san bisaan san jissee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre loltooti goototi sadiin sun quttuma Filisxeemotaa keessa dabaranee boolla karra Betlihemii bira jirtu keessaa bisaan woraabanee Daawitiif fidane. Daawiti ammoo, bisaan san hin unne. Inni bisaan san kennansa godhee, Mootii Waan Maraatiif dhangalaasee,