2 Samuel 23:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jed'e, AABBO Waaqa, anini bisaani kana dandae ind'ugu! Yo d'uge nama d'iiga worra lubbu ufi jibbaate kana d'uga fakaad'a jed'e, d'ugu dide. Wonti jabduuni worri askarti sadeeni gurra qabdu suni tolchite tana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbii kiyya! Ani sirima bisaan kana hin dhugu; ani yoo bisaan kana dhuge akka waan dhiiga namoota jajjabaa uf irraa bayanii dhaqanii bisaan kana woraabanii dhugeeti!» jedhe; wonti namoonni jajjabaan sadiin sunniin godhan kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee, Mootii Waan Maraa, waan akkasii kana godhiis narraa fagaatu! Kun dhiiga worra lubbuu ifii gurguratee dhaqeetii motii ree?» jedhe; tanaaf Daawiti bisaan isaaf fidane san uniisa hin barbaanne. Jannummaan loltooti goototi sadiin sun godhane tana.