2 Samuel 23:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abishaini, oboleesi Yoabu, ka ilma Seruya, gudda askarti nama sodoma suni. Inni woraana ufitini nama d'ibba sadii had'e fit'e akanaani worra sodoma kaani keesa gurra baafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abiisaan ilma Tsuuriya'aa obboleessa Iyyoo'aabii ajajaa loltoota soddomaati; inni woraana ufii fudhatee namoota dhibba sadihii fixe; kanaafuu inni akkuma namoota sadihii jajjaboota sanniinii gurra dhagayate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abiishaayi obboleessi Yo'aabii ka Zeruyaan deette sooressaa worra sadiin kanaa ti. Inni eboo ifiitiin namoota dhibba sad ijjeesee, akka worra sadiin sanii loliisaan gurri isaa ka'e.