2 Samuel 23:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni worra sodoma kaani ch'ufa iraa jabaate, gudda worraa tahe, ammo hataatuti gurri isaa haga worra kaani sadeeni ind'umne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni namoota soddomaa sanniin keessaa nama jabaa waan ta'eef isaan irratti muudame; garuu inni akka namoota jajjabaa sanniiniitii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni worra sadiin san caalaa ulfinna guddaa qabaa motii ree? Akka isaanii beekkamuu dhabulle ajajaa isaanii te'e.