2 Samuel 23:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbuuni AABBO Waaqa afaani kiyyaani dubbate, inni arraba kiyyaani wod'aamate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hafuurri Rabbii na keessaan dubbate, Jechi isaallee afaan kiyya irra jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ayyaanni Mootii Waan Maraa karaa kiyyaan dubbateera; jechi isaa arraba kiyya irra jira.