2 Samuel 23:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Benaiyani, ilmi Yehoyada ka lafa Kabseeliti d'ufeleeni, nama askarti toko ka guddo gurra qabu; inni waan jannooma heddu tolche, askarti Moabu jajannale nama lama ijeese guyya toko, ka lafti aka hama d'aamotu, inni boola toko seene keesati nyeench'a ijeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baanayaas ilmi Yoodaahe'ee jabaa gosa Qabxeelii ka biyya Tsinu'ii ijoollee lamaa ta gosa Qabseelii gosa Moo'aabii ajjeese; ji'a qorri bu'e boolla leencaa keessa seenee leenca ajjeese.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Yihoyaada'aa nami biyya Kabzii'elii Benaayaan, lolticha goota nama hujii gugurdoo huje. Inni gootota Mo'aabii lama ijjeese. Gaafa dhakaan roobaa bu'e tokko gara bowwa'aa gad dhaqee, neenqa tokkolle ijjeeseera.