2 Samuel 23:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni namicha Misiri gudda toko ka woraana bode gudda qabu, bokuuni d'ae qabe, woraana iraa fud'ate, woraanuma isaa sunini ijeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama dheeraa biyya Misiriillee hin ajjeese; namichi du'u ka biyya Misirii woraana harkaa qaba; Banayaas garuu ulee harkatti qabatee woraana isaa harkaa fudhatee isa ajjeese.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni nama biyya Gibxi'ii tokkolle ijjeeseera. Namichi Gibxi'ii sun eboo qabaatulle, Benaayaan ulee ifii qabatee itti dhaqee, eboo isaa harkaa butee fuudhee, ebuma isaatiin namicha Gibxi'ii san ijjeese.