2 Samuel 23:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
adu ganama duumansa male baatu, ta fit'eesa ganama bibilisitu, fakaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni akka ifa biiftuu ganamaati. Ganama akka ifa duumessi hin qabnee, akka marga roobni yoo itti roobeen maayessa lalisuu ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
inni akka ifa ganamaa, ka duumensi adoo hin jiraatin yennaa aduun baatu ifuu ti; akka calalaqa roobaan duuba latti marra akka baattu godhuu ti› jedhe.