2 Samuel 23:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi d'aloota kiyya akasuma eebisa. Waan anaafi inni wold'aqisa hegeri woliini tolfanne, wold'ageeti haguma jirtu imbannefi kakhu injijiramne wolti kakhanneefi. Woni anini fed'u tanuma, tanumati dabsacha na taha, Waaqileeni tana inuma guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waa maraanuu ka midhaagee fi ka abdatame; dhugamaan manni kiyya Rabbiin afo'otti amanama'aa mii? inni waadaa baraa haga bara baraa ka hin diiggamne na woliin galeera; fedha kiyyaa fi hawwii kiyya maraa naa raawwata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Dhugumaan manni kiyya Waaqa duratti akkasii motii ree? Inni gondooroo bara baraa na woliin godhateera. Waan mara sirreessee jabeessee hin eega; fayyinna kiyyaa fi fedhii tiyya mara ka naaf muummessu isaa motii ree?