2 Samuel 23:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Waaqa imbeenne akuma qorati alati gadigargatani jira, nami torkoleeni dandae harkani inqabatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri hammeeyyiin maruu akka qoree harkaan hin qabamnee ka namni gateeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garuu namooti hamooleen marti akka qoreettii nami harkaan wolitti qabuu hin dandeennee hin gataman.