2 Samuel 23:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini maqa askarti Daudi ta gurra qabdu; nami qara Yasheb-Bashebethi ka lafa Hakemoniti bahe, inni worra sadeeni gugurda kaaniti mata; inni woraana isatini nama d'ibba saddeeti had'iisa guyya toko keesati hobaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaan loltoota Daawitii jajjabaan kanniin; Iyyaabusteen gosa Kana'aanii ka bulchoota bulchu ture; inni woraana fudhatee hennama tokko haga nama dhibba saddeetii ajjeese.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaan loltoota Daawitii ta worra goototaa ta asii gad jiru: Yosheb-Baashebetii Takmoonicha sooressaa gootota sadii; inni lola tokko keessatti namoota dhibba saddeeti eboo ifiitiin fixe.