2 Samuel 24:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan raaga Daudi ka Gadi jed'aniini jed'e, Beeni d'aqi, Daudini waan jettu, AABBO Waaqi waan jed'u, waan sadi woli bira qabad'u ka feetu gula bahi kama tateefu siumaa tolcha. Boriyyaate Daudini lafaa kaanaani
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti hennaa ganamaan ka'u, dubbiin Rabbii gara Gaadii raatticha Daawitii ka akkana jedhu dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti ganamaan yennaa ka'e, jechi Mootii Waan Maraa gara Gaadii raagichaa ka Daawitiif mudhii dhagguu dhufee,