2 Samuel 24:12 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Deemii Daawitiin, ‹Rabbi akkana jedha waa sadihii si afoo kaaya, waan si afoo kaawu sanniin keessaa kamiin akka si irratti raawwadhu tokko keessaa filadhu› jedhii itti himi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Gara Daawitii dhaqiitii, ‹Mootiin Waan Maraa: Ani filannoo sad si'iif hin kenna; isaan keessaa ka ani sitti fidu tokko filadhu siin jedha› jedhii itti himi» jedhe.