2 Samuel 24:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gadini isati gad'ufe waan jed'eeni, Waan AABBO Waaqi siini jed'u kana kami fohata? Oola ganna sadi ta lafa tanteeti d'uftu mo? Jia sadi ka nyaapa kanke baqatu mo? Guyya sadi ka ch'iisi d'ukuba lafa teeti d'ufu? Duuba amma heregi, toko gula bahi qonqo anini AABBO Waaqatini deebiu nati himi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaad gara Daawitii dhaqee, «Biyya keetitti beelli haga woggaa sadihii haa dhufuu? mo'o, diintonni tee haga ji'a sadihii si haa ari'anii; mo'o, balaan biyya kee irratti guyyaa sadihiif haa ta'uu? ka na ergetti maal akka deebisu yaadii qoradhuu natti himi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Gaadi gara Daawitii dhaqee isaan, «Beelti woggaa sadii lafa teeti irratti dhutte woyya moo? Yookiin diinni keeti si ari'anuun ji'a sad isaan duraa baqattu woyya moo? Yookiin balaa guyyaa sadii lafa teeti irratti fidu sii woyya? Amma tana irratti yaadadhuutii ka na ergeef deebii akka kennu murteeffadhu» jedhe.