2 Samuel 24:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini waan Gadini jed'e, Anini ya ufi jibbaadd'e, lubbuuni na d'ufte harka namaatiini duu imfed'u tanaafi AABBO Waaqumani, ka naasu qabu, ha waan fed'u nu tolchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti Gaadiin, «Ani waan guddisee rakkata'aaruuf, araarri isaa waan guddaa ta'eef ka harka namaa irratti kufee mannaa ka harka Rabbii irratti kufe naa woyya» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawitille Gaadiin, «Ani rakkinna guddaa keessa jira. Ani harka namootaatiin adabamuu manna, marartiin Mootiin Waan Maraa guddoo waan teeteef, harka Mootii Waan Maraatiin adabamu naaf woyya» jedhe.