2 Samuel 24:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini malaika biyya fit'u jirtu arginaani waan AABBO Waaqaani jed'e, Nami wollaala qabu, ka wo balleese anuma, worri woma keesa injirre kunini maani yake? Atini sila anaafi worra kiyya balleesu malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti hennaa maleekkaa banii dhaya'aaru arge Rabbiin, «Ani hin yakke; hujii dabaa hojjadhe; garuu baniin kun maal balleesse? balaan kun anaa fi mana abbaa kiyyaa irra akka ta'u si kadhadha» jedhee dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti ergamaa Waaqaa ka kolbaa fixiisatti jiru san yennaa dhagge, Mootii Waan Maraatiin, «Kunoo, nami cubbuu huje ka dokonkorelle ana; kolbaan tun ammoo akka hoole'ee ti; isaan maan godhane? Addabbiin teeti anaa fi maatii abbaa kiyyaa irratti teetuu ti» jedhe.