2 Samuel 24:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyuma suni Gadini gara Daudi d'aqe waan jed'eeni, Beeni, oobdi Arauna d'aqi, achiti fulla sorio iti qalani AABBO Waaqa jaari
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaafa san Gaad Daawitiin bira dhaqee, «Ka'ii oobdii Oorna'aa nama gosa Iyyaabusiititti hulee ciinca'aa Rabbii ijaari» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san Gaad gara Daawitii dhaqee isaan, «Ka'iitii eeddummee Ornaa Yibusichaa irratti Mootii Waan Maraatiif addee ciinca'aa ijaari» jedhe.