2 Samuel 24:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jennaani Daudini Yoabu gudda askarti isaa yaame waan jed'eeni, Beeni askarti tante fud'ad'i, gosa Israeli ch'ufa haga Dani iti keeyate Beershebati d'aabi, hedi, anini henna worraa haga beekhu fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf mootichi Iyyoo'aabiin, «Worra si woliin jiran ka loltoota ajajan, laakkobsa bani'ii beeku'uuf Daanii jalqaba'aatii haga Beersaabeehii banii keessa deema'aatii laakkayaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre mootichi Daawiti Yo'aabii fi ajajjoota loltootaa ka isa woliin jiranuun, «Ani laakkossa namoota kiyyaa akka beeku gosa Israa'elii mara keessa deema'aatii Bersheeba'aa haga Daaniititti Israa'eloota laakkowa'a» jedhe.