2 Samuel 24:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Araunani millate, hayyichafi jara isaa gugurda, ka gara isaa gad'ufu arge, jennaani Daudi durati gajed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Oornaan ol jedhee yoo laalu mootichinii fi bulchoonni ka gara isaa dhufa'aaran argee, mooticha afo'otti gad jedhee nagaya gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Orna yennaa ilaalu mootichii fi namooti isaa gara isaa dhufiisatti jiranuun dhaggee, gad bayee fuula mootichaa duratti gad lafatti gombifame.