2 Samuel 24:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Araunani waan jed'eeni, Fud'ad'u, AABBO Waaqa waan feetu ch'ufa irati baasiifi, ee hayyicha sangoleeni qotiyo ta atini gubde sorio baaftuleeni tana; qaamparafi mukhi mid'aani irati d'aanani ka atini aka qoraani bobosituleeni kanuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Oornaan Daawitiin, «Akkuma mootichi gooftaan kiyya fedhe hulee ciinca'aa Rabbiif haa ijaaruu; waan hulee ciinca'aa irratti ciinca'aaf dhiyaatan sangoonni kunniin hin jiran, wonti qoraan ta'u, qambarri isaan itti xamadamanii fi munni midhaaniin dhayan maruu kunooti» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Orna Daawitiin, «Kennansa gubamu dhikeessiisaaf qotiyyooti kunoo ti; qoraaniifille waanjoon qotiyyootaatii fi uleen midhaaniin dhowanu kunoo ti; goottaan kiyya mootichi waanuma isatti tole fuudhee kennansa gubamu dhikeessuu ti;